12:48

Ga'umsa Afaan Inglishii qabaachuu"Tarkaanfiwwan dandeettii afaan Inglishii kee guddisan-AE
Afaan English barachuun bartooti hayyama viizaa argachuu isaan dandeessisuutti dabalee barmootaa isaanii kan gara fuulduraaf hordofuufis isaan gargaara. Akkasumas, jireenya isaanii jabeeffachuu ykn waan akeekkan guuttachuuf isaan gargaara. Filmaata barbmootaa heddeuu jiruu fi carree barachuuf mijjatee jiru keessatti danqaalee mudatan irra aanuudhaan Afaan English barbachuun siif danda’ama.
12:17

12:17

#119 waa'ee hay fever dubbanna (Med)
Waa'ee hay fever(dhibee wanneen daraaraa irraa harca'un nama hubu) irraa dubbachuun afaan barattu. Mallattoo dhibee kanaa fi waa'ee qorsa fudhatamuu, akkasumas nama hay fever qabeen haala toltanii dubbachuuf jechoota akkaataa itti waa ibsitan barattu.
06:36

06:36

Akkamiin seera morodu, maaliifis sagaleen kee barbaachise|Akka itti Jireenya Australia
Gareen xiqqaan murtoo gumii naannoo(council) jijjiiruu danda’aa? Julie manni kitaabaa hawaasni naannoo itti fayyadamu cufamuuf akka jedhu gaafa dhageessu, jiraattota biraa waliin ta'uun duula duula cufamuu kana oolchu taasifte. Seenaan ishee akkamitti waraqaa iyyannoo mallatteessuu, walgahii hawaasaa irratti hirmaachuu, miseensota gumii naannoo qunnamuu fi sagalee kennuudhaan dimokiraasii Australia keessatti hirmaachuu akka dandeessu hubatta.
06:53
06:53
Jijjiirama tajaajila Afaanota Australia irratti SBS gamaaggama haaraa taasisa- Maree
Kanneen Afaan lama dubbattan fi maatiin godaantotaa hedduun sagantaa radio Afaan SBS dhaggeeffachuudhaan waan wal qabatu yaadannoo dhuunfaa ofii isaanii ni qabu. Sagantaan kun waggoota dabraniif babal’achaa fi guddachaa deemee jira. Amma yeroon tajaajila kennaa tureen jijjiirama hawaasa keessatti calaqisaa jiru, Australia ammayoofteef maal akka barbaachisu ilaalchisee Tajaajila Afaanii Gulaaluu ilaaluuf of qopheessuu bira gahamee jira. Gamaaggamni kun ummata ni marihachiisa. Itti-bahi gulaallii kanaas waggaa dhufu baatii Fulbaanaa keessa labsama. Mareen ummataaf banaa dha.
SBS Language Services Review
SBS is reviewing its language services to ensure they reflect today’s Australia.
The consultation period opens on 5 October and closes on 13 November.
Visit the website and have your say.

Nu qunnamaa
Sydney
SBS Audio Sydney
Locked Bag 028
Crows Nest
NSW 1585
Australia
Tel: 1800 500 727
Melbourne
SBS Audio Melbourne
Locked Bag 294
South Melbourne
Vic 3205
Australia
Tel: 1800 500 727
SBS Codes of Practice
The SBS Code of Practice (Code) sets out the principles and policies SBS uses to guide its content to ensure that SBS maintains the highest standards of editorial independence and integrity. It details SBS’s obligations regarding matters such as accuracy for factual content, impartiality and balance in our news and current affairs, scheduling of content, advertising and complaints handling.
![[JPG]_How-Australia-Works_Ep2.jpg](https://cdn.statically.io/img/assets.sbs.com.au/dims4/default/de83464/2147483647/strip/true/crop/3200x1800+0+0/resize/1280x720!/quality/90/?url=https%3A%2F%2Fsbs-au-brightspot.s3.ap-southeast-2.amazonaws.com%2Fc6%2Fa1%2Fd0e2f8f340b29858e4fccd0929bf%2Fjpg-how-australia-works-ep2.jpg&imwidth=1280)
![[JPG]_How-Australia-Works_Ep2.jpg](https://cdn.statically.io/img/assets.sbs.com.au/dims4/default/21e08e1/2147483647/strip/true/crop/2400x1800+400+0/resize/960x720!/quality/90/?url=https%3A%2F%2Fsbs-au-brightspot.s3.ap-southeast-2.amazonaws.com%2Fc6%2Fa1%2Fd0e2f8f340b29858e4fccd0929bf%2Fjpg-how-australia-works-ep2.jpg&imwidth=1280)


![[JPG]_How-Australia-Works_Ep1.jpg](https://cdn.statically.io/img/assets.sbs.com.au/dims4/default/d1d4da1/2147483647/strip/true/crop/3200x1800+0+0/resize/1280x720!/quality/90/?url=https%3A%2F%2Fsbs-au-brightspot.s3.ap-southeast-2.amazonaws.com%2Fe9%2F46%2F56cf4ff54074a36476e0bcb73e13%2Fjpg-how-australia-works-ep1.jpg&imwidth=1280)
![[JPG]_How-Australia-Works_Ep1.jpg](https://cdn.statically.io/img/assets.sbs.com.au/dims4/default/6bd0661/2147483647/strip/true/crop/2400x1800+400+0/resize/960x720!/quality/90/?url=https%3A%2F%2Fsbs-au-brightspot.s3.ap-southeast-2.amazonaws.com%2Fe9%2F46%2F56cf4ff54074a36476e0bcb73e13%2Fjpg-how-australia-works-ep1.jpg&imwidth=1280)


![[JPG]_How-Australia-Works_Ep0.jpg](https://cdn.statically.io/img/assets.sbs.com.au/dims4/default/9a0f61e/2147483647/strip/true/crop/3200x1800+0+0/resize/1280x720!/quality/90/?url=https%3A%2F%2Fsbs-au-brightspot.s3.ap-southeast-2.amazonaws.com%2F8f%2F15%2F83a000db458f9fc153fde8cde907%2Fjpg-how-australia-works-ep0.jpg&imwidth=1280)
![[JPG]_How-Australia-Works_Ep0.jpg](https://cdn.statically.io/img/assets.sbs.com.au/dims4/default/949c454/2147483647/strip/true/crop/2400x1800+400+0/resize/960x720!/quality/90/?url=https%3A%2F%2Fsbs-au-brightspot.s3.ap-southeast-2.amazonaws.com%2F8f%2F15%2F83a000db458f9fc153fde8cde907%2Fjpg-how-australia-works-ep0.jpg&imwidth=1280)







